Mudhata Yohaannisii 22:18 - WAADAA LAMMATAA18 Raaga Kitaaba kana irratti barreffame kana ka dhagayu maraafuu ani hin raga. Eennullee kana irratti waan tokko yoo eda'e, Rabbi balaa kitaaba kana keessatti barreeffame maraa isarratti raawwata. Gade chapit laWaadaa Haarawa18 Kunoo, dubbii raagaa ka kitaaba kana keessatti barreeffamee ka dhagayu maraa ufi ni eeggachiisaan, eennu'llee dubbii kana irratti waan tokkoo yoo dabale, kitaaba kana keessatti ka barreeffaman balaawwan Waaqinni isatti ni dabala. Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 Raaga Kitaaba kana irratti barreeffame kana ka dhagayu maraafuu ani hin raga. Eennullee kana irratti waan tokko yoo eda'e, Rabbi balaa kitaaba kana keessatti barreeffame maraa isa irratti raawwata. Gade chapit la |