Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 22:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Hamaanillee hammeennuma ufii haa godhuu, battaayaanillee battummama ufii haa godhuu, qajeelaanillee qajeellummama ufii haa hojjatuu, woyyuunillee woyyummaa ufiitiin haa jabaatuu» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 ammaa achitti hamaan hammeenna isaatiin hammaachuu itti haa fufu, battiin'llee haa battaayu, qulqullaawomaan'llee ni qulqullaawoma, Qulqullaawaan'llee haa Qulqullaawomu.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Hamaanillee hammeennuma ufii haa hojjatuu; battaayaanillee battummama ufii haa hojjatuu, qajeelaanillee qajeellummama ufii haa hojjatuu, woyyuunillee woyyummaa ufiitiin haa jabaatuu» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 22:11
22 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo namoonni hammeeyyiinii fi sobduun worri dogoggoranii dogoggorsan, waan hammeennaatitti jabaata'aa deeman.


Waan isaanii dhiisaa'a; isaan ballaa ballaa masakku. Ballaan ballaa yoo masakke lamaanuu wol qabatanii boollatti badan» jedhe.


«Worri qajeellummaa beelayanii fi dheebotan worra eebbifame; waan quufaniif.


Akka uduu hin gufanne gammachu'uun worra mudaa hin qabne godhee isin dhaabsisuu danda'uuf,


Hennaa isaan bitatu'uuf deeman, Idaayyaan hin dhufe; durbi qophoofteertu sunniin isa woliin gara mana cidhaa haga seenan, balbalti hin cufame.


Xurii yookiin fula qonshooruu yookiin waan akkana jiru uduu isii irratti hin taane, woyyitti'iif ta mudaa hin qabne akka taatu, woldaa Kiristaanaa kabajjamtuu ta ufii godhatuu barbaade.


Karaa irratti muka hurbu'uu argee, gara isi'ii goree yoo laalu baala malee, womaa irratti hin argine. Achiin maayessa inni hurbuu saniin, «Horomaa deebi'ee sanyiin sirratti hin argamin» jedheen. Yoma san munni hurbu'uu sun goge.


Yesuus ammallee, «Ani hin deema; isinillee na soxxan, cubbuu keessaniin duutan; gara ani dhaqu isin dhufuu hin dandeettan» isaaniin jedhe.


Baradaan guddaan madaalaan taalentii tokko ta'u Samii irraa namoota irratti bu'e, namoonnillee sababaa balaa barada'aatiin Rabbiin arrabsan, balaan guddisee guddaa waan ta'eef.


Ammaa achi abaarsi sirrima hin ta'u, teessoon Rabbiitii fi Hoolaan Rabbii isii keessa ta'a. Garboonni isaa isa kaddaaman fuula isaa keessa laalan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite