Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 21:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Achi halkan waan hin jirreef karri guyya'aan sirima hin cufamu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 magaalattii sanitti halkan waan hin jirreef, balbaloonni isi'ii guyyama kamittuu hin cufaman.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Achi halkan waan hin jirreef karri guyya'aan sirima hin cufamu.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 21:25
7 Referans Kwoze  

Amma achi hin halkanaawu. Waandhi Gooftaan waan isaanii ibsuuf ifaa fi ifti adu'uullee isaan hin barbaachisu; baraa haga bara baraa hin mooyan.


Qachatti sanii waan ulfinni Rabbii isi'ii ifuuf ibsoon isi'ii hoolaa waan ta'eef, ifni adu'uutii fi addeessaa isii hin barbaachisu.


Dallawaa guddaa dheera'aaf, karra kudha lamaa qabdi. Karra isi'ii maleekkaan kudha lamaa dhaabataniiran, maqaan kudha lamaan gosa Isiraa'elii irratti barreeffameera.


Kanatti dubbate dallawaa fi karra qachatti'ii biku'uuf ulee worqi'ii qabateera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite