Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 21:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Karri kudha lamaanuu waan gatii gudda'aa karri martinuu waan gatii guddaa tokko irraa hojjatame. Baadaan qachattii sanii worqii bilile'ee mishaa fakkaata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Balballan kudha lamaanuu dooqan kudha lamaan ni turan, tokkoon tokkoon balbalaa dooqa tokko irraa ka hojjatame ture, karaan magaalatti'ii'llee ifa daawi'te'ee akka ka dabarssuu, worqqii qulqulluu irraa ka hojjataman ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Balballan kudha lamaanuu waan gatii gudda'aa kudha lama qaban; balbalti maruu waan gatii gudda'aa tokko irraa hojjataman. Bayimni qachattii sanii worqii bilille'ee mishaa fakkaata.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 21:21
10 Referans Kwoze  

Daloofni isi'iillee Iyaasiphiidiin irraa hojjatame, qachaatiin bilillee worqi'ii fakkaatti.


Intalattiin sun uffata diima'aa fi hamara uffattee worqi'ii fi dhagaa gatii gudda'aa waan gatii gudda'aatiin bareede harka ufiititti waan nama shakkisiisaa, xuwwee worqi'ii ka seebarri'ii fi battumma'aan guuttame qabatte.


Laga gamaa fi gamana ji'a ji'aan muka jireennaa daraaraa kudha lamaa kennutu jira. Baallii mukaa ka banniin itti fayye.


Afoo teessoo isaa waan galaana bilillee fakkaatu ka akka uf arga'aa qulqullaayeerutu jira. Wodhakkaa naannoo teessoo sanii bineensonni uumamaa afurtu jira. Isaanillee duraa duubaa ija qaban.


Kanatti dubbate dallawaa fi karra qachatti'ii biku'uuf ulee worqi'ii qabateera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite