Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 21:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Bu'uurri dallawa qachaatti'ii dhagaa gatii gudda'aa maraan midhaage, bu'uurri duraa Iyaasiphiidii bu'uurri lamaffa'aa sanpeeri, bu'uurri sadaffa'aa keelqedoon, bu'uurri arfaffa'aa maraagidi, bu'uurri shanaffa'aa sardonikis.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 hunddeewwan kaloo dhaga'aa ka magaalatti'ii'llee dhagaa adda addaa ka gatiin gudda'aa ta'eetiii bareedan ni turan, hunddeen jalqabaa Yaasphisiin, lammaffaa Sanpeer, sadaffaan Kaalqedoon, arfaffaan Maaragidii, sadaffaan kelqadoon, arffaffaan margiidiin,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Bu'uurri dallawa qachatti'ii dhagaa gatii gudda'aa maraan midhaage; bu'uurri duraa Iyyaasphiidii, bu'uurri lammeesso'oo Sanpeeri, bu'uurri sadeesso'oo Keelqedoon, bu'uurri arfeesso'oo Maraagidi, bu'uurri shaneesso'oo Sardoonikis.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 21:19
8 Referans Kwoze  

Ka teessoo san irra taa'eeru, bifti isaa akka dhagaa gatii guddaa Iyyaasphiidiiniitii fi sardinoonii calanqisee mudhata. Naannawa teessoo sanii funyaan karaabaa ka bifti isaa dhagaa maraagidii fakkaatutu jira.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite