Mudhata Yohaannisii 21:18 - WAADAA LAMMATAA18 Daloofni isi'iillee Iyaasiphiidiin irraa hojjatame, qachaatiin bilillee worqi'ii fakkaatti. Gade chapit laWaadaa Haarawa18 Kaabaan dhaga'aa'llee ka hojjatame Yaasphisiin irraa ture, magaalattiin'llee akka daawi'ite'ee ka qulqullaawome, worqqii Qulqullu'uun ka ijaaramtte turtte, Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 Dalloofni isi'iillee Iyyaasphiidiin irraa hojjatame; qachattiin bilillee worqi'ii fakkaatti. Gade chapit la |