Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 21:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Kanatti dubbate dallawaa fi karra qachatti'ii biku'uuf ulee worqi'ii qabateera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Maleyikkichi natti dubbate'llee magaalatti'ii fi balballan isi'ii, kaloo kaabaa dhaga'aa'llee ka ittiin bikku, ulee worqqi'ii ni qaba ture,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Ka anatti dubbate dallawaa fi karra qachatti'ii bikku'uuf ulee worqi'ii qabateera.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 21:15
10 Referans Kwoze  

Dallawaa guddaa dheera'aaf, karra kudha lamaa qabdi. Karra isi'ii maleekkaan kudha lamaa dhaabataniiran, maqaan kudha lamaan gosa Isiraa'elii irratti barreeffameera.


Qachattiinillee kallatii afurii qabdii, dheerinnillee akkuma badhinna isi'iitti. Qachattii ulee worqi'iitiin bikkee garaan kuma kudha lamaa ta'e. Dheerinni, badhinni, ol fageenni wol qixa.


Karri kudha lamaanuu waan gatii gudda'aa karri martinuu waan gatii guddaa tokko irraa hojjatame. Baadaan qachattii sanii worqii bilile'ee mishaa fakkaata.


Achi halkan waan hin jirreef karri guyya'aan sirima hin cufamu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite