Mudhata Yohaannisii 21:14 - WAADAA LAMMATAA14 Dalloofni qachatti'ii bu'uura kudha lamaa irratti isaan keessaallee maqaan kudha lamaan ergamtoota hoolaa Rabbii irratti barreffameera. Gade chapit laWaadaa Haarawa14 Kaabaan dhaga'aa ka magaalatti'ii hunddeewwan kudha lamaa ni qaban ture, hundeewwan isaanii irratti'llee, maqaawwan ergamittoota kudha lamaanii barreeffamanii jiran ture, Gade chapit laKitaaba Woyyuu14 Dalloofni qachatti'ii bu'uura kudha lamaa irratti; isaan keessaallee maqaan kudha lamaan ergamtoota hoolaa Rabbii irratti barreffameera. Gade chapit la |
Kunillee worri Yihuudii hin taane, akka woliin jeennata galaniif qaama tokkonillee akka woliin taa'aniif, lallaba Oduu Nagayaa abdii dubbii Kiristoos Yesuusiitiin ta'e woliin akka qoodaman woyyoota, ergamootaa fi raattotatti akkuma amma Ayyaanaan mudhate, dhossaan kun tanaan dura dhaloota biraa biratti ilmaan namaatitti hin beekkamne.