Mudhata Yohaannisii 21:13 - WAADAA LAMMATAA13 Karaa baya adu'uutiin karra sadihii mirgaan karra sadihii gara bita'aatiin karra sadihii gara dhiyaatiinillee karra sadihiititu jira. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Gara bayaatiin balballan sadihi, gara kaabaatiin balballan sadihii, kibbaan balballan sadihi, gara dhiyaatiin'llee balballan sadihii ni jira turan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Karaa baya adu'uutiin karra sadihii kaabaan karra sadihii gara kibbaatiin karra sadihii gara dhiyaatiinillee karra sadihiititu jira. Gade chapit la |