Mudhata Yohaannisii 21:12 - WAADAA LAMMATAA12 Dallawaa guddaa dheera'aaf, karra kudha lamaa qabdi. Karra isi'ii maleekkaan kudha lamaa dhaabataniiran, maqaan kudha lamaan gosa Isiraa'elii irratti barreeffameera. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 balballan kudha lamaan ka qabu kaloo kaabaa dhaga'aa dheera'aa fi ol aanaa ni qabddi ture, balballan isi'ii kudha lamaaniinuu, maleyikkoonni kudha lamaan dhabatanii ni eegan turan, balballan irratti'llee maqaan gosoota kudha lamaan Israa'eelii isaan irratti barreeffamee ni jira ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Dallawa guddaa dheera'aa fi balballan kudha lamaa qabdi. Balballan isi'ii maleekkonni kudha lamaa dhaabataniiran, maqaan kudha lamaan gosa Israa'elii irratti barreeffameera. Gade chapit la |