Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 20:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Gara badhinna biyya lafaa bayanii, ganda woyyootaatiif qachaa jaalatamtuu marsan, ibiddi sami'ii Rabbiin biraa bu'ee isaan nyaate.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 isaan'llee gara arddi'ii mara bittinnaayanii ganda Qulqullootaatii fi magaalaa jalatamttuu ni marssan, garuu ibiddi sami'ii bu'ee gubu'uun isaan ni balleesse.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Gara badhinna biyya lafaa bayanii ganda woyyootaatii fi qachaa jaalatamtuu marsan; ibiddi sami'ii Rabbiin biraa bu'ee isaan nyaate.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 20:9
33 Referans Kwoze  

Worra Rabbiin hin beennee fi Oduu Nagayaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiifillee worra hin ajajamne haluu isaan baya.


Ibidda afoo namaatitti samii irraa buusu'uun malkata gugurdaa godha.


Eennuunillee midhuu yoo barbaade, ibiddatu afaan isaaniitii bayee diintota isaanii nyaata. Yoo eennullee isaan midhuu barbaade akkasuma hin ajjeefaman.


Gaafa Looxi Soodoomii baye ammoo samii irraa ibiddi dhaka'aa ka bobayutu roobee isaan maraa balleesse.


Darasoonni isaa Yaaqoobii fi Yohaannis waan kana hennaa argan, «Gooftaa'a, akkuma Eeliyaas godhe ibiddi sami'ii bu'ee akka isaan balleessu akka ajanyu maarre nuu jettaa?» jedhaniin.


Eegasuu nullee salphinna inni baadhate san baadhannee qacha'aan ala gara isaa haa dhandhuu.


Isin yoo «Yeruusaaleem loltootaan marfamtee argitan hennaa san badiin isi'ii akka dhiyaate beekaa'a.


Hennaan diinonni kee dallawa sitti ijaaranii si marsan waan dhufuuf, karaa maraanuu si dhiphisan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite