Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 20:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Worri du'an ammoo haga woggaan kumni sun raawwatamutti lubbu'uun hin jiraanne; kun du'aa ka'uu duraati.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Du'oonni hafan garuu haga woggaan kumaa raawwatamutti du'aa hin muldhanne, kun'llee du'aa ka'iinssa jalaqabaati,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Worri du'an ammo haga woggaan kumni sun raawwatamutti lubbu'uun hin jiraanne; kun du'aa ka'uu duraati.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 20:5
9 Referans Kwoze  

Gara worra du'aa ka'anii gayu'uuf uduu naa ta'ee, du'aanillee isa fakkaachuu hawwa.


Maleekkaan torbaffa'aa xurumbaa afuufe. Sami'itti, «Mootummaan adunya'aallee ta Gooftaa keennaa Kiristoosiiti. Inni baraa haga bara baraa mooya» laagaan guddaan jedhu dhagayame.


Isaan waan jasaa deebisan hin qabneef hin eebbifamta; hennaa qajeellonni du'aa ka'anitti sii deebi'a.


Guyyaa sadihii fi wodhakka'aan maayii hafuurri jireennaa Rabbiin biraa bayee isaanitti deebi'ee luka isaaniitiin dhaabatan. Sodaan guddaan worra isaan laalan irratti bu'e.


Gatamuun isaanii adunya'aaf araarama yoo ta'e, jireenna du'aa ka'u'uun argame malee, deebi'uun isaanii ammoo maal ta'inna laata?


Gooftaan inninuu ajajaan laagaa bulchaa Maleekka'aatiin laagaa xurumbaa Rabbiitiinillee sami'ii waan bu'uuf, worri Kiristoosiin amananii du'an firrisanii ka'an.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite