Mudhata Yohaannisii 2:8 - WAADAA LAMMATAA8 «Gara Maleekkaa woldaa Kiristaanaa Sarminees keessa jirtuu, akkana jedhii barreessi. Ka du'ee ture, ka jiraataa ta'e, ka duraatii fi ka dhumaa akkana jedha. Gade chapit laWaadaa Haarawa8 Maleyikkaa woldaya Semrineestiif akkana jedhii barreessi, Kun ka jalqabaatii fi ka muumme'ee ka ta'e, du'ee'llee ka turee fi jiraataa ka ta'e irraa ka dubbatame, Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 «Maleekkaa woldaa Kiristaanaa Samirnees keessa jirtuu, akkana jedhii barreessi. Ka du'ee ture, ka jiraataa ta'e, ka duraatii fi ka dhumaa akkana jedha. Gade chapit la |