Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 2:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Kanaaf dhukkubaan siree irratti isii hambisa, worra isii woliin seebaranillee hujii badaa isi'ii irraa aagii galuu yoo dhabaatan rakkinna guddaa irratti isaan gata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Kanaaf siree sarddamaa irratti isii ni gata, hujii hamaa isii woliin hojjatan irraa dhiifamaan gara Waaqaa yoo deebi'an malee, worri isi'iin woliin sagaagalan mara irrattuu, rakkinna cimaa ni fida.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Kanaaf dhukkubaan siree irratti isii hambisa; worra isii woliin seebaranillee hujii badaa isi'ii irraa yoo aagii galuu dhabaatan rakkinna guddaa irratti isaan gata.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 2:22
16 Referans Kwoze  

Mootonni biyya lafaa isii woliin seebaran, worri lafa irra jiraatan daadhii woyini'ii seebara isi'iitiin machaayan» jedhee natti dubbate.


Ani isinitti hima akkasii miti, Haata'uu ammoo isinillee cubbuu keessan irraa deebitanii aagii yoo hin galle isin maruu akkasuma baddan» isiniin jedha.


«Mootonni adunyaa tanaa ka isii woliin seebaraniif isii woliin boonan, aara hennaa isiin gubbattu aaru arganii waan isi'iitiif banne banne jedha'aa booyan.


Worri Yihuudii hin taane maruu daadhii woyini'ii, sababaa seebaruu isi'iitiif kufaniiran mootonni biyya lafaa isii woliin seebaran; daldaltoonni biyya lafaa sababaa hunna qananii isi'iitiin, dureeyyii ta'an» jedhee iyye.


Wa'a! Ani isinitti hima akkasii miti, Haata'uu ammoo, isin maruu cubbuu irraa deebitanii yoo aagii hin galle hin baddan.


Deebi'ee yoo dhufu isin birratti Waandhi kiyya akka na hin salphifne worra dura cubbuu hojjatanii fi waan battii godhaniif seebarrii, waan worra aagii hin galinii waan namoota hedduu maallaataa hin gadda jedhee sodaadha.


Eeganaa maal irraa akka kufte yaadadhu. Aagiillee gali hujii kee ka duraa san hojjadhu. Yoo cubbuu irraa deebi'uu baatte sitti dhufee baattuu ibsa'aa kee hule'ee fuudha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite