Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 2:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Akka aagii galtuuf hennaa isi'ii kennee ture, isiin ammoo seebara irraa deebi'uu didde.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Gara Waaqaa titti akka deebituuf yeroo ni kenneef, isiin garuu sagaagala isi'ii irraa gara Waaqaa deebi'u'uuf hin barbaanne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Akka aagii galtuuf hennaa isi'ii kennee ture; isiin ammo seebara irraa deebi'uu didde.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 2:21
9 Referans Kwoze  

Akka namoonni gariin waan turu seeyan Gooftaan waan waadaa gale saniif hin turu. Haata'uu ammoo namni maruu akka aagii galuuf malee, eennullee akka hin banneef jedhee waan keessaniif obsa.


Waan dhiphatanii fi waan madaayaniif Waaqa sami'ii arrabsan. Hujii isaanii irraallee deebi'anii aagii hin galle.


Namoonnillee oo'a gudda'aan gubatan. Maqaa Rabbii ka balaa kanniin irratti baallii qabu abaarani; aagii galanii ulfinna isaa hin kennine.


Obsuun Goofta'aa fayyinna keessaniif akka ta'e beekaa'a. Akkasuma obboleessi keenna jaalatamaan Phaawuloos haguma ogummaa isaa kennameetiin isinii barreesse.


Namoonni hagoon sun lubbuu nama saddeetii badii bisaanii ka hennaa Nohi markaba qopheesse badii jalaa bayan. Hennaa obsa Rabbii ka bara Nohii san kuuwwan ammoo hin ajajamne.


Haata'uu ammoo Rabbi lola ufii mudhisu'uuf, hunna ufiillee mudhisuu fedhee mi'a dursee ulfinnaaf qopheese, mi'a araaraa irratti durummaa ulfinna ufii mudhisu'uuf, mi'a badi'iif qophaayan yoo obsa gudda'aan danda'e attam ree?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite