Mudhata Yohaannisii 2:19 - WAADAA LAMMATAA19 «Hujii, jaalala, Amantaa, tajaajilaa keetiif ciniinnattee obsuu kee hujii kee ka duraa caalaa ka maayessaa akka caalu hin beeka. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 «Hujii kee, jaalala kee, amantii keetii fi tajaajila kee, obissaan dhaabachuu kee'llee ni beeka, hujiin kee ka maa'ii ka duranaa akka caalu'llee ni beeka. Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 «Hujii, jaalala, Amantii, tajaajilaa keetii fi ciniinnattee obsuu kee, hujii kee, ka duraa caalaa ka maayessaa akka caalu hin beeka. Gade chapit la |