Mudhata Yohaannisii 2:11 - WAADAA LAMMATAA11 Waan Ayyaanni tokkumma Woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu maruu haa dhagayuu ka mooyate du'a lammaffa'aatitti hin miidhamu. Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Hafuurri woldayoota amanti'iitiif waan jedhu, ka gurra qabu haa dhagayu! Injifatee ka moo'u du'a lammaffa'aatiin, hin miidhamu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Waan Ayyaanni tokkumma Woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu maruu haa dhagayuu; ka mooyate du'a lammeesso'ootitti hin miidhamu. Gade chapit la |