Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 19:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Uffata qulqulluu haphii fuuttaa irraa hojjatame akka uffattu kennameef.» Uffanni qulqulluun haphiin fuuttaan hujii woyyootaa ka qajeellumma'aati.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Uffata calaqisu qulqulluu fi bareedaa ka ta'e akka uffattuuf ni kennameef, uffanni haphiin hujii Qulqullu'uu ka qulqullaayomaat.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Uffata quuncee talba'aa irraa hojjatame akka uffattu kennameef.» Uffanni quuncee talba'aa irraa hojjatame hujii woyyootaa ka qajeellumma'aati.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 19:8
21 Referans Kwoze  

Dureessa akka taatuuf worqii ibiddaan baffame uffattee qullaan saala keetii akka hin mudhanneef uffata adii waan ija kee ittiin bareechifattu na irraa akka bitattu si gorsa.


Haata'uu ammoo Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin uffadhaa'a; akka fedha ufii hin raawwanne, fooniif hin yaadinaa'a.


Uffanni isaallee haga miiccuun adunyaa tanaa kamiiyyuu miiccee addeessuu dandeettu caalaa adii weeccaa ta'e.


Namichaan, ‹Jaalalloo kiyya attamitti uffata cidhaa uduu hin uffanne asi seente?› jedheen. Innillee hin cadhise


Inni deemnaan gara sami'ii xiinxallanii uduu lala'aaran namoonni lamaan uffata adii uffatan ladda isaanii dhaabatan.


Isaan waan kana uduu mama'aaran namoonni lamaan uffata calalaqu uffatanii isaan bira dhaabatan.


Innillee ka worra itti amanan maraa qajeellummaa Rabbii ka Yesuus Kiristoosiititti amanu'uun argamu.


Innillee afoo isaaniititti jijjiirame, fulli isaallee akka adu'uu ife, uffanni isaallee adii weeccaa ta'e.


Maleekkaa torbaa ka balaa torbaa harkaa qaban, mana woyyu'uutii bayanii, uffata fuuttaa irraa hojjataman uffata mishaa qandhafaa uffatan, qaama isaanii ka sabbata worqi'iitiin hidhatan arge.


Loltoonni samii jiranillee adi'ii fi uffata haphii quuncee talbaa irraa hojjatame uffatan faradoo gugurdoo irra taa'anii duukaa deeman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite