Mudhata Yohaannisii 19:7 - WAADAA LAMMATAA7 Waan ciini hoolaa Rabbii gayeef, isiinillee waan uf qopheessiteef haagammannuu, ililfata'aa, ulfinna isaa haa dhiyeessinuu! Gade chapit laWaadaa Haarawa7 «Ciin Hoolchaa waan gayee fi idaayyaan isaa'llee waan qophooftteef, koottaa haa gammadinuu! Gammachuu'llee haa raawwanuu! Isa haa kabajinuun'lle'e! Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Waan ciini hoolaa Rabbii gayeef isiinillee waan uf qopheessiteef haa gammannuu; ililfata'aa ulfinna isaa haa dhiyeessinuu! Gade chapit la |