Mudhata Yohaannisii 19:21 - WAADAA LAMMATAA21 Worri fardarratti hafan guraadee afaan isaatii bayuun dhuman; allaattiin maruu foon isaanii nyaatanii quufan. Gade chapit laWaadaa Haarawa21 Worri hafan ammoo afaan ka fardda adii yaabbateetii billaya bayeetii ni ajjeefamaman, sinbirroonni marri'llee foon isaanii nyaachu'uun, ni quufan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu21 Worri farda irratti hafan guraadee afaan isaatii bayuun dhuman; allaattiin maruu foon isaanii nyaatanii quufan. Gade chapit la |