Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 19:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Ka farda irra taa'een loltoota isaatiin lolu'uuf loltoonni mootota biyya lafaatiif bineensaan wol gayan arge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Akkuma kana bineenssichaa fi nugusonni arddi'ii, lolttoonni isaanii'llee, fardda adii ka yaabbatee fi hoomaa isaa ka lolaatiin wol woraanu'uuf, wolgayanii ni arge,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Ka farda irra taa'een loltoota isaatiin lolu'uuf loltoonni mootota biyya lafaatii fi bineensaan wol gayan arge.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 19:19
14 Referans Kwoze  

Afaan Ibraayisixiitiin gara hulee «Armaageedoon» jedhamutti wolgayan.


Waan ayyaana jinni'ii ta'aniif malkata godha'aa guyyaa lola guddaa Rabbii waa maraa bulchuutiif wolitti qabu'uuf gara mootota adunyaa maraa dhaqan.


«Mootonni adunyaa tanaa ka isii woliin seebaraniif isii woliin boonan, aara hennaa isiin gubbattu aaru arganii waan isi'iitiif banne banne jedha'aa booyan.


Maleekkaan sadaffa'allee laagaa gudda'aan akkana jedha'aa isaan faanaa deeme, «Ka bineensaa fi fakii isaatii sagadu yookiin kallacha ufii yookiin harka ufii irratti ka malkata isaa godhatu eennullee yoo jiraate,


Ragaa isaanii haga raawwataniin maayii bineensa ashuutee bawu woliin wol lolan. Mooyatee isaan ajjeesa.


Worri fardarratti hafan guraadee afaan isaatii bayuun dhuman; allaattiin maruu foon isaanii nyaatanii quufan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite