Mudhata Yohaannisii 19:17 - WAADAA LAMMATAA17-18 Maleekkaa tokkollee ka aduu keessa dhaabate arge, Simbirran samii keessa bararan maruu kootta'aatii foon moototaa, foon ajajaa loltuu kumaa, foon worra jajjaba'aa foon farado'oo, foon worra faradoo irra taa'anii, foon gooftotaatiif garbootaa, foon didiqqa'aatii fi gugurdaa maraa akka nyaattan, «Gara hurbaata Rabbii gudda'aa wolgaya'aatii asi yaa'a'aa» jedhee laagaa gudda'aan iyye. Gade chapit laWaadaa Haarawa17 Kanaan duubatti aduu irra ka dhaabate maleyikkaa tokko ni arge, inni'llee sinbirroota samii irra bararaniin akkana yoo jedhu qoonqqa ol aana'aan ni iyye, «Gara afeerrii ol aanaa Waaqaa kootaa! Wolitti qabamaa! Gade chapit laKitaaba Woyyuu17 Maleekkaa tokkollee ka aduu keessa dhaabate arge, «Simbirran samii keessa bararan maruu kootta'aatii foon moototaa, foon ajajaa loltuu kumaa, foon worra jajjaba'aa, foon farado'oo, foon worra faradoo irra taa'anii, Gade chapit la |