Mudhata Yohaannisii 19:14 - WAADAA LAMMATAA14 Loltoonni samii jiranillee adi'ii fi uffata haphii quuncee talbaa irraa hojjatame uffatan faradoo gugurdoo irra taa'anii duukaa deeman. Gade chapit laWaadaa Haarawa14 Faradoo adaadii ka yaabbatan, qulqulluu ka ta'e uffata adii bareedaa ka uffatan, hoomaan sami'ii isa horddofaniiniiti jira, Gade chapit laKitaaba Woyyuu14 Loltoonni samii jiranillee adi'ii fi uffata quuncee talba'aa irraa hojjatame uffatan faradoo gugurdoo irra taa'anii duukaa deeman. Gade chapit la |
Heenokiin yoo Aadamiin irraa jalqabnee laakkofne torbaffa'aa; waan cubbuu isaan godhan maraaf, «Gooftaan akka maraa irratti murteessu, waan worri hammeeyyiiniif cubbamoonni isa irratti dubbatan waan gar-jabeenna maraatiif cubbamootatti murteessu'uuf woyyoota shikitaa woliin dhufeera» jedhee isaanitti raaga dubbateera.