Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 19:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Uffata dhiinni itti faca'eeru uffateera, maqaan isaa dubbii Rabbiiti jedhameera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 inni'llee uffata dhiigaan cuuphamee uffatee jira ture, maqaan isaa'llee, «Dubbii Waaqaa» ka jedhamu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Uffata dhiinni itti faca'eeru uffateera; maqaan isaa «Dubbii Rabbiiti» jedhameera.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 19:13
9 Referans Kwoze  

Jalqaba jechatu ture; jechi Rabbiin bira ture; jechillee Rabbiin ture.


Jechi nama ta'e; Inni badhaadha, Ayyaanaa fi dhuga'aan guuttamee nu keessa bule. Nu'u ulfinna Ilmi tokkichi Abbaa ufii biraa qabuutitti, ulfinna isaa argine.


Cuunfaan woyinii sanii qacha'aan alatti dhiitame. Dhiinni lafarraa haga dhaabicha fardaa ol fagaate ka fageenni isaa haga harabaafata yookiin meetira kuma tokkoo fi dhibba jahaatitu hulee woyiniin itti cuunfamu keessaa baye.


Waan dubbii jireennaa ka dura ture ka gurra keennaan dhageenne, ka ija keennaanillee arginee guuttannee laalle ka harka keennaanillee qaqqabne isinitti oddeessina.


Ayyaanni dhuga'a, ka ragullee Ayyaana.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite