Mudhata Yohaannisii 19:12 - WAADAA LAMMATAA12 Iji isaa akka arraba ibiddaati; mataa isaa irra qoobii ulfinnaa heddutu jira. Maqaa biraa ka isaa malee ka eennullee hin beenne qaba. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Ijji isaa arraba ibiddaa ni fakkaatan, mataa isaa irra'llee gonfatawwan baayi'een ni jiran, isa malee ka bira'aa eennu'llee ka hin beekinne isa irratti ka barreeffame maqa'atu jira ture, Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Ijji isaa akka arraba ibiddaati; mataa isaa irra qoobii ulfinnaa heddutu jira. Maqaa biraa isa malee ka eennullee hin beenne qaba. Gade chapit la |