Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 18:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Kanaafuu balaan hedduu, duutii, gaddinii fi beelli, guyyaa tokkoon isii irra hin gaya. Waandhi Gooftaan isi'itti murteessu jabaa waan ta'eef, ibiddaan gubatti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Kanaaf balaawwan isi'ii marrinuu guyyaa tokkoon isii irra ni gayan, du'aa, gaddaa fi beelli'llee isii irraa ni gayan, ibiddaan'llee ni gubatti, isii irratti ka murtteessu Waaqinni Gooftaan, ol aana'aa.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Kanaafuu balaan hedduu, duuti, gaddinii fi beelli, guyyaa tokkoon isii irra gaya. Waandhi Gooftaan isi'itti murteessu jabaa waan ta'eef, ibiddaan gubatti.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 18:8
18 Referans Kwoze  

Gaafni kudhaniitii fi bineensi ati argite, seebartitti'iin wol lolanii qulla'aa fi duwwaa isii godhan, foon isi'iillee hin nyaatan ibiddaan isii guban.


Daaraa uf irratti firfirsanii gaddanii booya'aa, «Qachattii guddoo, durummaa isi'itiin worra galaana irraa, markabaan dureeyyii gootee bille'e!, bille'e! sa'aatii tokkotti badde» jedha'aa iyyan.


Moo Gooftaa haa hinaafsifnuu? Nu isa caalaa jabaannaa?


Ammallee, «Hallee luyyaa! jedhan. Aarri isi'ii baraa haga bara baraa hin aara»


Qachaa guddoo uffata haphii fuuttaa'a, uffata dhiilgee diimaa uffattee, worqi'ii fi dhagaa gatii guddaa waan gatii guddaa badhaafamteef isi'ii hobbaasi! isi'ii hobbaasi! durummaan hagana gayu sa'aatii tokko keessa waan badeef jedha'aa dhaabatan. Worri markaba ofuu fi worri markabaan hulee maraa deemu maruu, worri markabaa, worri galaana irraa fayyadaman maruu fagoo dhaabatan.


Intalti ati argite, ta qachaa guddoo mootota lafaa irratti mootu» jedhe.


Ka jirtuuf ka turte, ka maraa bulchitu, Rabbii Gooftaa keenna hunna guddaa waan qabduuf waan mooteef si galateeffanna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite