Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 18:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Sami'ii laagaa biraa ka akkana jedhu dhagaye; Banii kiyya! Cubbuu isi'iitiin wolii gala'aa, balaa isi'ii akka hin fudhanne, isii keessaa bayaa'a!

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Qoonqqa bira'aa'llee sami'ii akkana yoo jedhu ni dhagaye, «Yaa ummata kiyya! Cubbuu isi'ii titti hin hirmmaatinaa, isii keessaa bayaa!

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Sami'ii laagaa biraa ka akkana jedhu dhagaye; Banii kiyya! Cubbuu isi'iitiin wolii gala'aa, balaa isi'ii akka hin fudhanne, isii keessaa bayaa'a!

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 18:4
16 Referans Kwoze  

Kanaafuu Gooftaan, «Isaan keessaa bayaa'a gargar fooyamaa'a. waan battii hin tuqinaa'a. anillee isin simadha; abbaallee isinii ta'a. Isinillee ijoollee dhiiraatii fi ijoollee intalaa naa taattan jedha Gooftaan maraa bulchu.»


Eennuun irrallee daddaftee harka kee hin kaayini; cubbuu nama biraatitti hin makamin qulqullinnaan uf eegi.


Namni nagaya isa gaafatu waan hujii hamaa isaa isarraa qoodamuuf.


Isin, ‹Bara abbootii teennaa uduu jiraannee, nu dhiiga raattotaa dhangalaasuu keessatti isaan woliin hin hirmaanne waan jettaniif›, isin aanne'e!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite