Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 18:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Worri dibbee dhayanii fi laagaa faarfatu meeshaa laagaa adda addaa qabu; laagaan finge'eetii fi xurumbaa afuufamu ammaa achi sirimaa si keessatti hin dhagayamu. ogummaan harkaa marti ogeessi tokkollee amma achii si keessatti sirima hin argamu, laagaan baaburaa, ammaa achi si keessatti sirima hin dhagayamu;

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Qooniqqi worra kiraara sirreessaniitii fi qooniqqi worra sirbitootaa, qooniqqi worra ulullee afuufittotaatii fi qooniqqi worra xurunbbaa laali'ii afuufittotaa, deebi'ee si keessatti hin dhagayamu, ogummaa hujii harkaa ka bifa kamiituu naminni ogeessi hojjatu ammaa achitti si keessatti hin argamu, qooniqqiti dhagaa daakka'aa'llee ammaa achitti si keessatti hin dhagayamu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Worri dibbee dhayanii fi laagaa faarfatu meeshaa laagaa adda addaa qabu; laagaan finge'eetii fi xurumbaa afuufamu; ammaa achi sirimaa si keessatti hin dhagayamu; ogummaan harkaa marti, ogeessi tokkollee ammaa achi si keessatti sirima hin argamu; laagaan baaburaa, ammaa achi si keessatti sirima hin dhagayamu;

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 18:22
10 Referans Kwoze  

Yesuus hennaa gara mana bulchaa mana sagada Yihuudotaa gaye, worra xurumbaa afuufanii fi banii wocu argee,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite