Mudhata Yohaannisii 18:19 - WAADAA LAMMATAA19 Daaraa uf irratti firfirsanii gaddanii booya'aa, «Qachattii guddoo, durummaa isi'itiin worra galaana irraa, markabaan dureeyyii gootee bille'e!, bille'e! sa'aatii tokkotti badde» jedha'aa iyyan. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Mataa isaanii irratti daaraa ni firfirrissan, booya'aatii fi gadda'aa'llee akkana jedha'aa ni iyyan, «Garba ciisaa irratti doonniiwwan worri qaban marrinuu, qabeenna isi'iitiin dureeyyii worri ta'an, magaalaan ol aanttuun sun saa'aatii tokko keessatti waan badeef, isi'ii uunisha'a! Uunisha'a!» Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Daaraa uf irratti firfirsanii gaddanii booya'aa, «Qachattii guddoo, durummaa isi'iitiin worra galaana irraa, markabaan dureeyyii gootee bille'e!, bille'e! sa'aatii tokkotti badde» jedha'aa iyyan. Gade chapit la |