Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 18:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Hennaa isiin gubattu Aara isi'ii arganii, «Qachaan qachaa guddittii san fakkaatu eessa jira?» jedha'aa iyyan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 isiin yoo gubattu aara bayu yeroo arganitti, «Magaalaa ol aanttuu tana ka fakkaattu magaalaan bira'aa gonkumaa ni jirtti turee ree?» jedha'aa, ni iyyan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Hennaa isiin gubattu aara isi'ii arganii, «Qachaan qachaa guddittii san fakkaatu eessa jira?» jedha'aa iyyan.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 18:18
8 Referans Kwoze  

Jawwe'eellee hin sagadan, waan inni bineensaa baallii kenneruuf, «Binneensa eentu fakkaata? isaanillee eentu wol loluu danda'a?» jedha'aa sagadaniif.


Aarri rakkinna isaaniillee baraa haga bara baraatitti baya. Worri bineensaa fi fakii isaatii sagadan, worri malkata maqaa isaallee fudhatan maruu, halkanii guyyaa hara hin baafatan» jedhe.


Qachattiin guddoon bakka sadihitti qoodamte. Qachaan worra Yihuudii hin taanee hin kufan. Baabiloonii guddoon daadhii woyini'ii ta lolaa jabduu akka isi'ii kennamuuf Rabbiin afo'otti yaadatamte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite