Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 18:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Qarafaa, waan waa mi'eessu, Urgoo, dhadhaa'a, hixaana, daadhii woyini'ii, Zayitii'i, daakuu sukkuumamte, qamadii, loon, hoolaa'a, farda, gaarii fardaa, garbootaa fi namoota mara.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 qarafaa, urgoofttuu, muka urgaayu, qumibbi'ii, ixaana, dhaadhii woyinni'ii, zayiitii ejerssaa, daakuu, qamadii, loowwan, hoolota, faradoo, gaariiwwan fardaa, garbootaa fi namoota kaanniin'lle'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Qarafaa, urgooftuu, muka hurbu'uu, qumbii, hixaana, daadhii woyini'ii, dhadhaa ejersaa, daakuu qamadi'ii, loowwan, hoolota, faradoo, konkolaataa fardaa, garbootaa fi namoota biraallee.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 18:13
25 Referans Kwoze  

Barsiisonni dharaa kunniin dharraa birri'iitii ufumaa mammaaka dubbata'aati isin irraa nyaatan; murtiin isaanii duri irraa jalqabee hin turu; badiin isaaniillee hin mugu.


«Daraaraan ati dharraate si bira lufeera. Wonti si boonsuu fi ka si qandhafsiisu martuu si jalaa badeera; ammaa achi namoonnillee sirima isaan hin argatan»


Worri Kanniin daldalan ka isi'iin dureeyyii ta'an, gadda'aa booyaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite