Mudhata Yohaannisii 18:12 - WAADAA LAMMATAA12 Fe'aan sunillee worqi'ii fi birri'ii, dhagaa gatii gudda'aa waan gatii gudda'aa uffata fuutta'aa, diimaa dhiilgee, dhiilgee muka urgaayu maraa mi'a ilkaan arbaa irraa hojjatame maraa muka gatii gudda'aa naasii sibiilaa mi'a dhagaa adii irraa hojjatame mara, Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Worqqii, meeta, dhagaa gatiin isaa gudda'aa, dooqa, uffata haphii, uffata hamara, uffata haarri'ii, uffata diima'aa fi muka foolii mishaa qabu mara, ilkaan arbbaa, muka gatiin isaa mi'aa ta'e, sibiila diimaa, sibiilaa fi dhagaa adii irraa meeshaa hojjatame mara, Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Fe'aan sunillee worqi'ii fi birri'ii, dhagaa gatii gudda'aa, waan gatii gudda'aa, uffata fuutta'aa, diimaa dhiilgee, muka urgaayu maraa, mi'a ilkaan arbaa irraa hojjatame maraa, muka gatii gudda'aa sibiila diimaa, mi'a dhagaa adii irraa hojjatame mara, Gade chapit la |