Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 18:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Kanaan maayii Maleekkaa biraa ka baallii guddaa qabu hennaa sami'ii bu'u arge. Sababaa ulfinna isaatiin lafti ifte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Kanaan duubatti aangoo ka qabu maleyikkaan bira'aa sami'ii yoo bu'u ni arge, ulfinna ifa isaa irraa ka'een arddiin ni ifitte,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Kanaan maayii Maleekkaa biraa ka baallii guddaa qabu hennaa sami'ii bu'u arge. Sababaa ulfinna isaatiin lafti ifte.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 18:1
8 Referans Kwoze  

Akkuma hangaasuun sami'ii gaditti falaqqisee biyya tokkoo haga biyya biraatitti ifuutitti, Ilmi namaa guyyaa sanitti akkasuma ta'a.


Qachatti sanii waan ulfinni Rabbii isi'ii ifuuf ibsoon isi'ii hoolaa waan ta'eef, ifni adu'uutii fi addeessaa isii hin barbaachisu.


Maleekkaan torbaa ka mijuu xuwwe'ee torbaa qabatan keessaa tokko dhufeeti, «Koottu, murtii seebartuu gudditti'ii, ta bisaan hedduu irra teette sitti mudhisa.


Maleekkaan jabaan biraallee duumeessa uffatee ka sami'ii bu'u arge. Mataa isaa irra funyaan karaabaatitu jira. Fuulli isaallee akka adu'uu, lutti isaallee akka ibidda dhaga'aa ti.


Hennaa san ka Gooftaan Yesuus Kiristoos hafuura afaan ufiitiin balleessuu, hennaa deebi'ee dhufu mudhachuu ufiitiin ka balleessu ilmi badi'ii hin mudhata.


Maleekkaanillee, «Maali'iif maalalfattaa?» Dhossaa Intalatti'iitii fi dhossaa busaaya'aa isii baadhatuu ka mataa torbaatii fi gaafa kudhanii qabu ani sitti hima.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite