Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 17:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Intalattiin sun uffata diima'aa fi hamara uffattee worqi'ii fi dhagaa gatii gudda'aa waan gatii gudda'aatiin bareede harka ufiititti waan nama shakkisiisaa, xuwwee worqi'ii ka seebarri'ii fi battumma'aan guuttame qabatte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Namittiin hamaraa fi uffata diimaa uffatee ture, worqqi'ii fi dhagaa gatiin isaa gudda'aa, dooqotaan'llee bareeddee turtte, harka isi'ii titti'llee waan jibbisiisuu fi battummaan sagaagalummaa isi'ii ka itti guute, duloo worqqi'ii qabattee ni turtte.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Intalattiin sun uffata diima'aa fi hamara uffattee worqi'ii fi dhagaa gatii gudda'aa waan gatii gudda'aatiin bareede harka ufiititti waan nama shakkisiisaa, xuwwee worqi'ii ka seebarri'ii fi battumma'aan guuttame qabatte.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 17:4
22 Referans Kwoze  

Murteen isaa dhuga'aa fi qajeelaa waan ta'eef, fayyisuun, ulfinni, hunnillee ka Waaqa keennaati! jedhee hennaa dubbatu laagaa akka banii hedduu dhagaye.


Fe'aan sunillee worqi'ii fi birri'ii, dhagaa gatii gudda'aa waan gatii gudda'aa uffata fuutta'aa, diimaa dhiilgee, dhiilgee muka urgaayu maraa mi'a ilkaan arbaa irraa hojjatame maraa muka gatii gudda'aa naasii sibiilaa mi'a dhagaa adii irraa hojjatame mara,


Ergamaan lammaffa'aa ka duraatitti aanee, «Baabilooniin guddooni jidde jidde, isin gofti adda addaa maruu daadhii woyini'ii ta seebarchiiftuuf ta macheessitu akka dhugan gooteerti» jedhe.


Waan ajjeesuu isaaniillee yookiin waan asmaa isaanii yookiin waan seebaruu isaanii waan hatuu isaaniitiifillee aagii hin galle.


Karri kudha lamaanuu waan gatii gudda'aa karri martinuu waan gatii guddaa tokko irraa hojjatame. Baadaan qachattii sanii worqii bilile'ee mishaa fakkaata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite