Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 17:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Gaafni kudhaniitii fi bineensi ati argite, seebartitti'iin wol lolanii qulla'aa fi duwwaa isii godhan, foon isi'iillee hin nyaatan ibiddaan isii guban.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Bineenssichaa fi gaafonni kurnnan argite sagaagaltittii ni jibban, gara badi'iitiin'llee ni gayaniin, qullaa isi'ii'llee ni hanbisaniin, foon isi'ii ni nyaatan, ibiddaan'llee ni gubaniin,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Gaafni kudhaniitii fi bineensi ati argite, seebartitti'iin wol lolanii qulla'aa fi duwwaa isii godhan, foon isi'iillee hin nyaatan ibiddaan isii guban.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 17:16
17 Referans Kwoze  

Kanaafuu balaan hedduu, duutii, gaddinii fi beelli, guyyaa tokkoon isii irra hin gaya. Waandhi Gooftaan isi'itti murteessu jabaa waan ta'eef, ibiddaan gubatti.


Daaraa uf irratti firfirsanii gaddanii booya'aa, «Qachattii guddoo, durummaa isi'itiin worra galaana irraa, markabaan dureeyyii gootee bille'e!, bille'e! sa'aatii tokkotti badde» jedha'aa iyyan.


Akkasuma mootonni torba keessaa shan kufaniiran; tokko hin jira, ka hafellee haga ammaa hin dhufne. Yoo dhufullee hennaa diqqoo turuu barbaachisa.


Maleekkaan jahaffa'aallee mijuu laga guddaa Efiraaxes jedhamu irratti jisse. Mootota baya biiftu'uutii dhufan, karaan akka isaanii qophaayuuf bisaan goge.


Malkanni biraallee sami'itti mudhate. Jawween guddaan diimaan, mataa torbaa fi gaafa kudhan qaba. Mataa isa irraa qoobii torbatu jira.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite