Mudhata Yohaannisii 17:15 - WAADAA LAMMATAA15 «Bisaan seebartiittiin irra teette ka ati argite, gosaa fi namoota hedduu, worra Yihuudii hin taanee fi worra afaan adda addaatiin dubbatu naan jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 Maleyikkichi'llee akkana naan jedhe, «Bishaanonni sagaagalittuun irra teettee argite, ummatootaa fi namoota, gosootaa, worra afaanota adda addaa dubbatan, Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 «Bisaan seebartittiin irra teette ka ati argite gosaa fi namoota hedduu, worra Yihuudii hin taanee fi worra afaan adda addaatiin dubbatu naan jedhe. Gade chapit la |