Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 17:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Kunniin yaada tokko qaban hunna ufiitiif baallii ufiillee bineensa sanii kennan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Nugusonni kurnnan kunniin'llee yaada tokko ni qaban, isaan huminna isaaniitii fi aangoo isaanii'llee bineenssichaaf ni kennaan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Kunniin yaada tokko qaban hunna ufiitii fi baallii ufiillee bineensa sanii kennan.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 17:13
7 Referans Kwoze  

Rabbi yaada Isaa akka godhan yaada tokko akka qabaatan, haga jechi Rabbii raawwatamutti, mootummaa isaanii akka bineensa sanii kennaan onnee isaanii keessa waan bulcheef.


Yaada tokkoon wolii galaa'a; jaalala tokko, qalbii tokkoo fi yaada tokko qabaadhaa'a.


Haata'uu ammoo dhufee uduu isin laalee yookiin uduu fagaadhee qalbii tokkoon waan amantaa Oduu Nagayaatiif falmata'aa Ayyaana tokkoon akka dhaabattan, waan jireenna keessanii akka dhagayuuf, Oduu Nagayaa ka Kiristoosiitiif akka ta'utti jiraadhaa'a.


Harki keetiif yannii kee banii Isiraa'elii woliin akka ta'u akkuma duraan dursaanii murteessan maraa raawwachu'uuf qachaa kanatti wol gayan.


Kunniin hoola'aan lolan, hoolaan sun Gooftaa Gooftotaatii fi mootii mootootaa waan ta'eef, isaan mooyata worri isa woliin jiran worri waamamanii fi worri filataman akkasuma worri amanaman hin mooyatan.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite