Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 17:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Akkasuma mootonni torba keessaa shan kufaniiran; tokko hin jira, ka hafellee haga ammaa hin dhufne. Yoo dhufullee hennaa diqqoo turuu barbaachisa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Akkuma kana nugusota torbban, shanan kufanii jiran, tokkochi amma ni jira, kuun amma'llee hin dhufinne, inni yoo dhufe yeroo muraasa qofaaf, turuu qaba.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Akkasuma mootonni torba keessaa shan kufaniiran; tokko hin jira, ka hafellee haga ammaa hin dhufne. Yoo dhufullee hennaa diqqoo turuu barbaachisa.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 17:10
6 Referans Kwoze  

Gosa hedduu fi worra Yihuudotaa hin taane, «Worra Afaan adda addaa qaaqanii fi mootota marattuu deebitee raaga dubbachuu si barbaachisa» jedhamee natti himame.


Bineensi jiruuf ka hin jirree, saddetaffaa torba keessaa tokko gara badi'ii deema.


Mataa isaa torban keessaa tokko ka akka waan goorra'amee du'ee ta'e arge; madaa isa ajjeesu'uuf ta'u irraa hin fayye. Baniin lafarraa maruu bineensa duukaa deema'aa maalalfatan.


Inni maqaa bineensa duraatiin baallii guutu'uun hojjata'aara. Laftinii fi worri lafarra jiran maruu, bineensa duraa ka madaa ajeeftu irraa fayyee, akka sagadaniif godha.


Gaafni kudhaniitii fi bineensi ati argite, seebartitti'iin wol lolanii qulla'aa fi duwwaa isii godhan, foon isi'iillee hin nyaatan ibiddaan isii guban.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite