Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 16:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Maleekkaan sadaffa'aallee mijuu lagaa fi burqaa bisaanii keessatti jisse; isaanillee dhiiga ta'an.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Maleyikkaan sadaffaa duloo laggiinii fi burqqaalee bishaanii irratti ni jisse, isaan'llee diigaa ni ta'an,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Maleekkaan sadeesso'oollee mijuu lagaa fi burqaa bisaanii keessatti jisse; isaanillee dhiiga ta'an.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 16:4
10 Referans Kwoze  

Maleekkaan bisaanillee, «Gooftaa jirtuuf ka turte, woyyuu akka kana waan murteessiteef, ati qajeela'a;


Laagaa gudda'aan sa'aatiin murtii isaa waan gayeeruuf, Rabbiin sodaadhaa'a! Ulfinnallee isaa kennaa'a. Rabbii ardii, samii, galaanaa fi burqaa bisaanii uumeef sagada'aa jedhe.


Ji'oota raanni kun dubbatamu roobni akka hin roobneef samii cufu'uuf baallii qaban, bisaan hennaa gara dhiigaa jijjiiruu barbaadan maraa bala'aan lafa maraa dhayu'uuf baallii qaban.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite