Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 16:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Maleekkaan lammaffa'aallee mijuu xuwwe'ee galaana keessatti jisse; galaanni sunillee akka dhiiga nama du'e ta'e, wonti galaana keessa jiru ka lubbuu qabu maruu hin du'an.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Maleyikkaan lammaffaa'llee duloo garba ciisaa irratti ni jisse, garbi ciisaan'llee akka dhiiga nama du'ee ni ta'e, garba ciisaa keessa'llee ni jiraatan ka turan wonittoonni lubbuu qaban marrinuu, ni du'an.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Maleekkaan lammeesso'oollee mijuu xuwwe'ee galaana keessatti jisse; galaanni sunillee akka dhiiga nama du'ee ta'e; wonti galaana keessa jiru ka lubbuu qabu maruu hin du'an.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 16:3
10 Referans Kwoze  

Ji'oota raanni kun dubbatamu roobni akka hin roobneef samii cufu'uuf baallii qaban, bisaan hennaa gara dhiigaa jijjiiruu barbaadan maraa bala'aan lafa maraa dhayu'uuf baallii qaban.


Kitaabattii diqqoo banamte harkatti qabateera. Luka isaa ka mirgaatiin galaana irraa, ta biita'aatiin lafa irra dhaabate.


Bineensi tokkollee uduu galaana keessaa bayu arge. Gaafa kudhanii fi mataa torba qaba. Gaafa isaa irra qoobii kudhanii fi mataa isaa torban irraa maqaa arrabaatitu jira.


Worri dubbii fudhatan cuuphaman; guyyaa san namoonni kuma sadihii isaanitti eda'aman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite