Mudhata Yohaannisii 16:21 - WAADAA LAMMATAA21 Baradaan guddaan madaalaan taalentii tokko ta'u Samii irraa namoota irratti bu'e, namoonnillee sababaa balaa barada'aatiin Rabbiin arrabsan, balaan guddisee guddaa waan ta'eef. Gade chapit laWaadaa Haarawa21 Tokkoon tokkoon isaa haga kiilomeetira giraama afurtamii shanii ka ulffaatu baradaan sami'ii namoota irratti ni bu'e, balaan haalaan makkaraarssaa waan tureef namoonni waayee balaa barada'aatiin, Waaqa ni arrabssan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu21 Baradaan guddaan madaalaan taalentii tokko ta'u Samii irraa namoota irratti bu'e; balaan guddisee waan guddaa ta'eef namoonnillee sababaa balaa barada'aatiin Rabbiin arrabsan. Gade chapit la |