Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 16:17 - WAADAA LAMMATAA

17 Maleekkaan torbaffaan mijuu qilleensa keessatti jisse; mana woyyuu keessaa, laagaan guddaan, «Raawwatameera» jedhu teessoo irraa dhagayame.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

17 Maleyikkaan torbaffaa'llee duloo qilleensa irratti ni jisse, teessoo Mana Waaqeffanna'aa keessa jiru irraa, «Raawwatame!» ka jedhu, qooniqqi ol aanaan ni baye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

17 Maleekkaan torbeessoon mijuu qilleensa keessatti jisse; mana woyyuu keessaa laagaan guddaan, «Raawwatameera» jedhu teessoo irraa dhagayame.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 16:17
13 Referans Kwoze  

Ani Aalfa'aa fi oomeega'a, jalqabaa fi dhuma; ka dheebote burqaa jireennaa irraa akkanumaan kennaaf.


Yesuusillee haga haadhayaa san fudhateen maayii raawwatame jedhee mata'aan gad rarra'ee lubbuu ufii dabarsee kenne.


Wondhaansi keenna dhiigaa fi foon woliin waan hin taaneef, bulchoota, worra baallii qaban, bulchoota abbaa dukkanaa ka adunyaa tanaa, worra samii keessa jiran loltoota ayyaana hammeeyyi'ii woliin.


Maleekkaa torbaan laagaa guddaa dhaqa'aatii mijuu xuwwe'ee ka lola Rabbii lafa keessatti jissaa'a, jedhu mana woyyuu keessaa dhagaye.


Maleekkaan biraallee mana woyyuu ka samii jiru keessaa baye; innillee akkasuma haamtuu qaramtuu qaba.


Maleekkaan biraallee mana woyyu'uu keessaa bayee, ka duumeessa irra taa'e saniin, «Hennaan haama'aa waan gayeef, haamtuu tee gadi ergii haami. Sanyiin lafa irraa gayeera» jedhee laagaa gudda'aan iyye.


Manni woyyuu Rabbii ka samii jiru baname; «Saanduundhi waada'aallee» mana woyyu'uu keessatti mudhate, laagaa, bakakkaa, gigissaa, sochii lafaatii fi baradaan guddaan uumame.


Maleekkaan torbaffa'aa xurumbaa afuufe. Sami'itti, «Mootummaan adunya'aallee ta Gooftaa keennaa Kiristoosiiti. Inni baraa haga bara baraa mooya» laagaan guddaan jedhu dhagayame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite