Mudhata Yohaannisii 15:2 - WAADAA LAMMATAA2 Garba bilille'ee ka ibiddaan makame fakkaatu arge. Bineensaa fi fakii isaa laakkoofsa maqaa isaallee worri mooyatan meeshaa Rabbii kaddaamama'aa qabatanii hennaa galaana bilille'ee irra dhaabatan arge. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Kanaan duubatti ibiddi ka itti makame garba ciisaa daawi'te'ee waan fakkaatu ni arge, akkuma kana bineenssichaa fi suuraan bineensichaa'llee, laakkofssa malikata maqaa isaa'llee worra injifatanii moo'ataniin ni arge, kiraara Waaqinni isaaniif kenne'llee qabatanii, garba ciisaa daawi'te'ee bira dhaabatanii jiran turan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Garba bilille'ee ka ibiddaan makame fakkaatu arge. Bineensaa fi fakii isaa laakkobsa maqaa isaallee worri mooyatan meeshaa Rabbii waaqeffata'aa qabatanii hennaa galaana bilille'ee irra dhaabatan arge. Gade chapit la |