Mudhata Yohaannisii 14:19 - WAADAA LAMMATAA19 Maleekkaan sun haamtuu ufii gara lafaa gadi darbee muka woyini'ii ka lafa jiru muree hulee cuunfaa woyini'ii ka lola Rabbii gudda'aatitti gate. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Maleyikkichi'llee hamttuu isaa gara arddi'ii titti ni erge, mataawwan firiiwwan woyinnii arddi'ii'llee ni mure, bakka itti cuunffaa dheekkamissa ol aanaa Waaqaa keessatti'llee ni gateen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Maleekkaan sun haamtuu ufii gara lafaa gadi darbee muka woyini'ii ka lafa jiru muree hulee cuunfaa woyini'ii ka lola Rabbii gudda'aatitti gate. Gade chapit la |