Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 14:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Ka duumeessa irra taa'e, haamtuu ufii gara biyya lafaa erge, biyyi lafaallee hin haamamte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Duumessa irra ka taa'ee jiru'llee, haamittuu isaa gara arddi'ii ni erge, arddiin'llee ni haamamitte.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Ka duumessa irra taa'e, haamtuu ufii gara biyya lafaa erge; biyyi lafaallee hin haamamte.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 14:16
7 Referans Kwoze  

Maleekkaan sun haamtuu ufii gara lafaa gadi darbee muka woyini'ii ka lafa jiru muree hulee cuunfaa woyini'ii ka lola Rabbii gudda'aatitti gate.


Achiin maayii midhadhee duumeessa adii arge, dumeessa san irra ka ilma namaa fakkaatutu taa'eera, mataa isaa irra gulloo worqi'ii, harka isaa irraa haamtuu qaramtuu qaba.


Ilmi namaa maleekkota ufii woliin ulfinna Abbaa ufiitiin hin dhufa, achiin maayessa maraafuu akka hujii isaatitti gatii isaa hin kennaaf.


Maleekkaan biraallee mana woyyu'uu keessaa bayee, ka duumeessa irra taa'e saniin, «Hennaan haama'aa waan gayeef, haamtuu tee gadi ergii haami. Sanyiin lafa irraa gayeera» jedhee laagaa gudda'aan iyye.


Maleekkaan biraallee mana woyyuu ka samii jiru keessaa baye; innillee akkasuma haamtuu qaramtuu qaba.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite