Mudhata Yohaannisii 14:15 - WAADAA LAMMATAA15 Maleekkaan biraallee mana woyyu'uu keessaa bayee, ka duumeessa irra taa'e saniin, «Hennaan haama'aa waan gayeef, haamtuu tee gadi ergii haami. Sanyiin lafa irraa gayeera» jedhee laagaa gudda'aan iyye. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 maleyikkaan bira'aa Mana Waaqeffanna'aatii bayeeti, ka duumessa irra taa'een qoonqqa ol aana'aan, «Callaa ardi'ii gayee jira, yeroon haama'aa'llee dhiyaatee jira!» Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 Maleekkaan biraallee mana woyyuu keessaa bayee, ka duumessa irra taa'e saniin, «Hennaan haama'aa waan gayeef haamtuu tee gadi ergii haami; sanyiin lafa irraa gayeeraa» jedhee laagaa gudda'aan iyye. Gade chapit la |