Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 13:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Ka gurra dhagayu qabu yoo jiraate haa dhagayuu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Ka gurra qabu yoo jiraate, haa dhagayu!

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Ka gurra dhagayu qabu yoo jiraate haa dhagayuu.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 13:9
7 Referans Kwoze  

«Waan ayyaanni tokkummaa woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra qabu maruu haa dhagayuu! ‹Ka injifatee muka daraaraa isaa nyaatan ka jeennata Rabbii keessa jiru akka nyaatu hin kennaaf.›


«Waan ayyaanni woldoota Kiristaanaatiin jedhu ka gurra qabu haa dhagayuu; nama mooyatee nyaata sami'ii ka dhokate keessaa kennaaf; dhagaa adii ka maqaan haarofni irratti barreeffame nama fudhatu san malee ka eennullee hin beenne kennaaf.


Waan Ayyaanni tokkumma Woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu maruu haa dhagayuu ka mooyate du'a lammaffa'aatitti hin miidhamu.


Waan ayyaanni woldoota Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu haa dhagayuu.


Ka Gurra dhagayu qabu haa dhagayuu.


Ka gurra dhagayu qabu yoo jiraate haa dhagayuu.»


Ka biraa ammoo lafa biyyee mishaa irratti bu'ee hennaa mute, dachaa dhibba daraare» jedhe. Yesuus hennaa dubbii kana dubbatee fixe, «Gurra dhagayu ka qabu haa dhagayuu!» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite