Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 13:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Waan guddaa fi afaan ittiin arrabsutu kennameef, ji'a afurtamii lamaa akka hojjatu baalliin kennameef.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 «Afaan jecha ufi tuulumma'aatii fi waan arabaa ittiin dubbatu'llee bineensichaa ni kennameef, ji'a afurtamii lamaa aangoo isaatiin akka hojjatu'llee, ni eeyyamameef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Waan guddaa fi afaan ittiin arrabsutu kennameef; ji'a afurtamii lamaa akka hojjatu baalliin kennameef.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 13:5
17 Referans Kwoze  

Dubartittiin guyyaa kuma tokkoo fi jahatamaa achitti akka isii sooran gara hulee, Rabbi qopheesseefii gara gammoojji'ii dheessite.


Isiinillee afoo bofaatii bara, barootaa fi wodhakkaa barootaa gara lafa gammoojji'ii waa itti nyaattuu barartee akka fagaattu koolli bajjaa lamaan gugurdaan kennameef.


«Ani Rabbi jedha'aa» labsi'iin hima'aa, haga mana woyyuu Rabbii keessatti, worra Waaqa jedhaman maraa caalaa, ka namoonni kaddaaman maraa ol ka uf qabuu fi morma'a.


Woyyoota worrane mooyachuu gosaa fi firoota banii afaan gara garaa dubbatan maraa irratti baalliin kennameef.


Ragaa isaanii haga raawwataniin maayii bineensa ashuutee bawu woliin wol lolan. Mooyatee isaan ajjeesa.


Eennullee karaa kamiin isin hin dogoggorsin, uduu ganuun firrisee hin dhufne namni mitaa, innillee ilmi badi'ii uduu hin mudhanne guyyaan sun hin dhufu.


Hennaa san ka Gooftaan Yesuus Kiristoos hafuura afaan ufiitiin balleessuu, hennaa deebi'ee dhufu mudhachuu ufiitiin ka balleessu ilmi badi'ii hin mudhata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite