Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 13:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Wonti kun ogummaa barbaada ka sammuu qabu laakkofsa bineensaa haa laakkayuu. Laakkofsi laakkofsa namaa waan ta'eef, laakkofsillee dhibba jahaa fi jahaatamii jaha.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 Ogummaan ka barbaadamu eegaa asi irratti, sammuu ka qabu laakkofssa bineensichaa haa yaadu, laakkofssichi ka muldhisu nama, laakkofssi'llee dhibba jahaaf jahaatamii jaha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Wonti kun ogummaa barbaada; ka sammuu qabu laakkobsa bineensaa haa laakkayuu. Laakkobsi laakkobsa namaa waan ta'eef, laakkobsillee dhibba jahaa fi jahaatamii jaha.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 13:18
10 Referans Kwoze  

Garba bilille'ee ka ibiddaan makame fakkaatu arge. Bineensaa fi fakii isaa laakkoofsa maqaa isaallee worri mooyatan meeshaa Rabbii kaddaamama'aa qabatanii hennaa galaana bilille'ee irra dhaabatan arge.


«Sammuun ogummaa qabu kanaan, mataan torban ka intalti sun irra teette gaara torban.


Maleekkaan naannawa dallawaallee bikkee bikkaa namni bikkuun ciqilee dhibba tokkoo fi afurtamii afurii ta'e.


Barri waan dhiyaateeruuf, worri dubbii raagaa kana dubbisan, dhagayaniif worri waan isa keessatti barreeffame eegan eebbifamtoota.


Haata'uu ammoo akkuma raaga Daani'eeliitiin dubbatame, «Farri battumma'aa hulee dhaabatuun isi'iif hin malle dhaabattee yoo argitan, ka kana dubbise haa hubatuu. Hennaa san worri Yihuudaa jiran gara gaaraa haa dheessanii


Haata'uu ammo hammeenni keenna qajeellummaa Rabbii yoo ka mudhisu ta'e, maal jennaa ree? Rabbi waan cubbuu keennaatiif yoo nu adabe, murteessaa dhuga'aatii miti jechu'uu? Ani akka yaada namaatiin dubbadha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite