Mudhata Yohaannisii 13:17 - WAADAA LAMMATAA17 Maqaa bineensaa yookiin Malkata laakkofsa maqaa isaa ka hin qabne eennullee bituu yookiin gurguruu akka hin dandeenne godha. Gade chapit laWaadaa Haarawa17 Bifa kanaan malkanni maqaa bineenssichaa muldhisu yookiin ka laakkofssa maqaa isaa hin qabnne naminni kum'llee, bitu'uuf ta'ee gurguru'uuf'llee hin danda'u. Gade chapit laKitaaba Woyyuu17 Maqaa bineensaa, yookaan ka malkata laakkobsa maqaa isaa hin qabne eennullee bituu yookaan gurguruu akka hin dandeenne godha. Gade chapit la |
Teessoollee hin arge. Worra isarra taa'anii baalliin kennameef waan ragaa Yesuusiitiif waan dubbii Rabbiitiif namoota mataan isaanii irraa murame, worra bineensaaf fakii isaatii hin saganne worra malkata kallacha isaaniitiif harka isaanii irratti hin godhanne arge. Kiristoosiin woliinillee woggaa kumaa mooyanii jiraatan.